Lety Oromo 2.0

Lety Oromo 2.0 🎭 Funny | 🗣 Political Voice | 🔥 Motivational Speaker
Oromoo keessaa dubbii dhugaa fi bashannansiisa waliin. Follow for daily vibes & real talk. Lety Oromo 2.0 🚀

24/02/2026

Safuudha bara kanaaf😂

Xalayaa banaa kana 𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚 gochuun na gargaaraa!◆Koomishinii Poolisii Oromiyaa tiif!Oromia Police Commission◆Koomishinii P...
23/02/2026

Xalayaa banaa kana 𝙨𝙝𝙖𝙧𝙚 gochuun na gargaaraa!

◆Koomishinii Poolisii Oromiyaa tiif!
Oromia Police Commission
◆Koomishinii Poolisii Finfinnee tiif!
Addis Ababa Police
◆Poolisii Federaalaa Itoophiyaa tiif!
Ethiopian Federal Police
◆Dhaabbata Tikaa fi Odeeffannoo biyyoolessaa(INSA) tiif
INSA- የኢንፎርሜሽን መረብ ደህንነት አስተዳደር
◆Qajeelcha Poolisii Magaalaa Shaggariif!

◉Dhimmi isaa nama dhuunfaa maqaan isaa jedhamu, kan Amantaadhaan uummata walitti buusee biyyi akka goolii biraa keessa seentuuf “ta'e” jedhee itti yaadee halkaniif guyyaa hojjetu kana to'annaa jala oolchuun olaantummaa seeraa akka mirkaneessitan isin gaafachuu ta'a.

◉ Armaan olitti ibsamuuf akkuma yaalame, namni dhuunfaa olitti maqaan isaa caqafame, “Abdii Raggaasaa” jedhamu, waggoota muraasaa as Amantii Kiristaanaa irraa gara Amantii Islaamaatti jijjiirrachuun isaa ni beekama.
◉Haa ta'u malee namni kun yeroo fi bakka kamittuu mirga amantii barbaade hordofuu fi jijjiirrachuu seerri isaaf eyyamu irra tarkaanfachuun, Amantii Kiristaanaa arrabsaa oolaa jiraachuu isaan cinatti, jechoota hordoftoota Amantii kiristaanaa miira keessa galchuun walitti bu'iinsa amantii biyyattii keessatti uumuu dandaa'an dubbachuudhaan, biyyattii balaa rakkoo nageenyaa biraaf akka saaxilamtu karaa ciraa jira.

◉Namni kun yeroo garagaraatti to'annoo jala oolee gadhiifamaa turuu fi dhiifama gaafachaa turuu isaatiif hawaasni kun ragaadha.

◉Ta'us dhiifama taasifameef kana ilaalee, namni kun seeraan ol of se'ee ammas arrabsoo biraa daddabalaa waan jiruuf, namni kun hawaasa kabajamaa bakka waan hin buuneef, biyyattii keessatti rakkoon walitti bu'iinsa amantii sababa nama kanaatiin osoo hin uumamin, ol-aantummaan seeraa iddootti akka eegamuuf, namni kun to'annaa seeraa jala oolee, bu'ura Seera adaba yakkaa biyyattii tiin gaafatamummaa akka fudhatu kabajaan isin gaafanna! 🙏

Dhaamsa koo...
===========
◉Hordoftoonni Amantii Kiristaanaa nama kanaaf deebii kennuuf jettanii Hawaasa kabajamaa jechaan akka hin tuqne.
◉Musliimonni yoo namni kun to'annaa jala oole, akka waan namni kabajamaan amantichaa, waanuma amantii biraa irraa dhufeef hidhame jettanii akka hin yaadne.
◉Musliimonni keenya nama kana gad teessisaa gorsaa, duudhaa amantichaa qajeelchaa barsiisaa!

⚠️Yoo kun ta'ee hin argamne, hordoftoonni Amantii Islaamaa Nabii Mohaammad dabalatee jechoonni Amantii keessan xiqqeessan yoo dhufan komii kamuu akka hin kaasne kabajaan isin gaafanna.



ሼር (Share) በማድረግ ተባበሩኝ!

◆ ለOromia Police Commission
◆ ለAddis Ababa Police
◆ ለEthiopian Federal Police
◆ ለINSA- የኢንፎርሜሽን መረብ ደህንነት አስተዳደር
◆ ለ Sheger City Police Commission

#ፊንፊኔ ( )

◉ ጉዳዩ በግል ሰው ስሙ ተብሎ የሚጠራ ሰውን ይመለከታል። ይህ ግለሰብ በሀይማኖት ጉዳይ ሕዝብን ለመከፋፈል እና አገርን ወደ ግጭት እንዲገባ በማሰብ ቀንና ሌሊት እየሰራ መሆኑ ተገልጿል። ስለዚህ በህግ ቁጥጥር ስር በማዋል የህግ በላይነት እንዲረጋገጥ እንጠይቃለን።

◉ ከላይ እንደተገለፀው ግለሰቡ ከጥቂት ዓመታት በፊት ከክርስትና ወደ እስልምና ሀይማኖት መቀየሩ ይታወቃል። ሆኖም ማንኛውም ሰው የፈለገውን ሀይማኖት መከተል ወይም መቀየር የህግ መብቱ ቢሆንም፣ ይህ ግለሰብ ይህን መብት በማለፍ ሌሎችን ሀይማኖቶች በመስደብ እና የክርስቲያን እምነት ተከታዮችን ስሜት የሚነኩ ንግግሮችን በመናገር በአገሪቱ ውስጥ የሀይማኖት ግጭት ሊፈጥር የሚችል እንቅስቃሴ ሲያደርግ ቆይቷል። ይህም አገሪቱን ለአዲስ የፀጥታ አደጋ ሊያጋልጥ ይችላል።

◉ ይህ ግለሰብ በተለያዩ ጊዜያት በቁጥጥር ስር ተውሎ ከዚያ በኋላ ይቅርታ በመጠየቅ መፈታቱ ይታወቃል፤ ማህበረሰቡም ለዚህ ምስክር ነው።

◉ ሆኖም ከተደረገለት ይቅርታ በኋላ እንኳን ራሱን ከህግ በላይ በመቆጠር አሁንም የስድብ ንግግሮችን እያቀረበ ስለሆነ፣ ይህ ግለሰብ ለክቡር የሙስሊም ማህበረሰብም ክብር የማይመጣ መሆኑን በመመልከት፣ በአገሪቱ ውስጥ የሀይማኖት ግጭት እንዳይፈጠር እና የህግ በላይነት እንዲጠበቅ በህግ ፊት እንዲቀርብ እና በወንጀል ህጉ መሠረት ተጠያቂነቱን እንዲወስድ በክብር እንጠይቃለን። 🙏

የእኔ መልእክት

◉ የክርስቲያን እምነት ተከታዮች ለግለሰቡ ምላሽ ለመስጠት በማሰብ ክቡር የሙስሊም ማህበረሰብን በቃል እንዳይነኩ እንጠይቃለን።

◉ የሙስሊም ማህበረሰብም ግለሰቡ በቁጥጥር ስር ከዋለ ይህ ከሌላ ሀይማኖት መጥቶ ስለተቀላቀለ ብቻ እንደታሰረ እንዳይቆጠር እንጠይቃለን።

◉ የሙስሊም ወንድሞቻችን ግለሰቡን በማስተካከል የሀይማኖቱን ሥነ-ምግባር እንዲከተል እንዲመክሩት እና እንዲያስተምሩት እንጠይቃለን።

⚠️ ይህ ካልተደረገ ግን በእስልምና ሀይማኖት እና በነቢዩ ሙሐመድ ላይ የሚደርሱ የማያክብሩ ንግግሮች ቢኖሩ ማንኛውም ቅሬታ እንዳይቀርብ በክብር እንጠይቃለን።

Address

Addis Ababa
1000

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lety Oromo 2.0 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share