Boku Lounge

Boku Lounge The classy lounge to have good times with friends and family.

Boku Lounge Guyyaa 2 qofa kan hafee,Kabajamtoota keessummotaa keenya,Firoottan,hiriyoottan akkasumas Maamiltoota keenyaa...
29/01/2026

Boku Lounge Guyyaa 2 qofa kan hafee,Kabajamtoota keessummotaa keenya,Firoottan,hiriyoottan akkasumas Maamiltoota keenyaa haalaa addaa ta'een isin eegaa jirra.
Nagaan koottaa isinin jenna.

furdina Sangootaa Boolloo kanaammoo adduma.
Monet Gemechu
Lammii Mokonnin Wayyeessaa
Wayyeessaa Bareechaa
Sifan Gaddisa
Qabsoo Alamaayyoo Warra Maccaa
Lammii Ijoo Gaaddisa
Barsisaa Kitaabaa
Abbaa Geexee Tiktoker
Daawwit Raggasaa Tayyee
Boonaa Gammachuu Irreensoo
Bilisuma Chimdesa Bulti
Misgena Lelisa Ambo
Lelisa Bekere
Tokkummaa Ķãbãã
Bayisa Diro
Bayisa Diribsa Tolasa
Lammii Itichaa
Kaayyoo Risaa
Abdeta Batri
Seenaa Beekumaa Oro
Tokkumaa Fayyisaa
Milkesa Feyera
Barraaqoo G Moosisaa
Firaol Asefa
Yabekan Ashetie
Nimona Chali
Boorana A Dharraa
Lalistu Sanyi Wami Garo
Moyiboon Mulunaa
Kumela Zenbebe
Teshale Ensermu
Jifar Shiferaw
Haqaaf Ammallee Yoomillee
Wabii Beekaa
Sinbone Adugna
Bilisummaa Gonfaa
Jirraanus Haacaluuu
Lalisa Dirriba
Motuma Bekele
Tokkummaa Mulisaa
Kenea Chuche Belcha
Bersisa Dasta Gemechu
Caalaa Kudhaamaa
Warquu Olaana
Oorsee Nagaa
Genet Bizuneh
Haqaafan Dirribaa
Jenenus Dejene
Kanenus Kasa Bayisa
Yohannis Birhanu
Nuwalif Edosa
Sifaan Warraa Amboo
Gemechu Feyera Debeli
Dagaagsaa Iraasee
Ma Mo
Barsan Tashale Bojea
Michuu Dabalaa Abbaa Dharraa
Nugusa Diimaa
Nugusee Maddalee Camadaa
Gudeta Shifara
Jirranus Naggasaa
Gurree Gammadaa Abbaa Marartuu
Demuma Muleta Regasa
Abdeta Shasho
Ashqe Ambo
Ashenafi Ararsa
Nimona Tolesa
Amboo Amboo Garaa Galgalaa
Berhanu Nuresa Merga
Hunde Uma
Worku Feyera Chala
Regasa Worku Chala
Argamsiisaa Leenjisaa
Lidu Obsa
Shumi Bekena
Shelema Eticha
Seenessaa Bayyanaa Fayyisaa
Um Maki Bbe
Gudisa Bekele
Gudisa Gudisa Gamechu Tufaa
Haacaaluu Baqqalaa
Fiqaaduu Guddataa
Badhatu Bokona
Yaddessaa Abarraa
Gulummaa Ballaxaa Dhibbisaa
Lammii Mokonnin Dhaabaa

Bokkuu Lounge, whose origin is Ambo and which was opened a few months ago and has been operating successfully, is now re...
23/01/2026

Bokkuu Lounge, whose origin is Ambo and which was opened a few months ago and has been operating successfully, is now ready for its grand opening in a special way at its Finfinnee (Addis Ababa) Labuu branch.
Therefore, we kindly invite all our guests whether you have received our invitation card or seen the announcement through social media to join us for the grand opening ceremony from January 23–25 E. C. Please do not miss it 🥂🥂🥂🥂🥂

Location: Labuu, near Safar Muzika, beside Hayiqoch Hotel, 50 meters.

🎉 Oduu Gammachiisaa:  Bokkuu Lounge! 🎉Bokkuu Lounge, madda qulqullinaa fi aadaa, ka'umsa isaa magaalaa madda goototaa ka...
23/01/2026

🎉 Oduu Gammachiisaa: Bokkuu Lounge! 🎉

Bokkuu Lounge, madda qulqullinaa fi aadaa, ka'umsa isaa magaalaa madda goototaa kan taate Ambo irraa eegaluun, tajaajila addaa fi ajaa'ibsiisaan jaallatama guddaa horachuu isaa ni yaadatama. Akkuma kalleessa Ambootti hojii boonsaa hojjechaa ture, har'a ammoo caalaatti babal'achuun tajaajila isaa Finfinneetti qabatee dhufeera!

Boku lounge Ji'oota muraasa dura damee isaa Finfinneetti banuun hojii eegalee kan ture amma haala adda ta'ee fi miidhagaan eebba guddaa (Grand Opening) gaggeessuuf qophii xumuree jira.
🗓️ Guyyoota Eebbaa:
Sirni eebbaa kun guyyoota sadiif (3) walitti fufuun haala adda ta'een ni gaggeeffama:
• Ammajji 23, 24 fi 25
✉️ Affeerraan Keenya:
Keessummoota keenya kabajamoo:
1,Warrootaa Bullukkoo(Gaabii)isinitti uffisne.
2. Kan waraqaan wamichaa isin qaqqabe hunda;
3. Akkasumas, hordoftoota keenya kanneen karaa miidiyaa hawaasaa (Social Media) beeksisa kana argitan,Maamiltota keenya hundu
Affeerramtaniitu! Kabajaa fi miira ho’aan isin eegganna. Nurraa hin hafinaa!

📍 Bakki Itti Argama Keenyaa:
Finfinnee, Labu

• Safara Muziqaa

• Hoteela Hayiqoch (Haiqoch Hotel) cinaa

• Keessummoota keenyaaf akka mijaatutti, karaa gubbaa meetira 50 qofa ol seenee ni argama.

🌟 Maaliif Bokkuu Lounge Filattu?

Nageenya fi Tasgabbii: Bakka boqonnaa sammuu fi bashannana miidhagaa.

Dhandhama Addaa: Nyaataa fi dhugaatii qulqullina isaa eeggate.

Kabaja Addaa: Akkuma maqaa isaa "Bokkuu," kabajaa fi simannaa uummata keenyaatiin badhaadheedha.

Ammajji 23-25tti waliin haa bashannannu! Bokkuu Lounge—Madda Boqonnaa Keessani tasiifaadha!

Hubachiisa Dabalataa 👇!

1. Sa'aatiin: Eebbi kun dangaa kan hin qabnee keessuummoonni nuf hubaadha! Saatiin daangaa(limit) hin qabu.

2. Bashannanaf Yoo artistoonni ykn muuziqa qajeelaan (Live music) Live music(full band jira)
Artistoonni bebbekkamoon irratti ni argamu.

3. Lakkoofsaa bilbilaa .091260718440/0915965905

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Boku Lounge posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share

Category