Seenaa Oromoo

Seenaa Oromoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Seenaa Oromoo, Dance club & nightclub, Addis Ababa.

Guudidha kaa
08/02/2026

Guudidha kaa

07/02/2026
02/02/2026

Bayyeen gaddee😭💔 silaayuu carraan ilmaa nama xiqqoodha uuuuuuuuf haatii ofii dammaa ilaala haati mucaa kana duute mucaan xiqqoon afaan hin hikaanne kun bo'ee yeroo harmee isaa dhabuu ayiiiiiiiii😭😭😭😭😭💔💔💔💔

01/02/2026

Enjoy the videos and music you love, upload original content, and share it all with friends, family, and the world on YouTube.

27/01/2026

With Qananiisaa Shibbiraa Oromtichaa – I've just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!

23/01/2026

gadhifameera

Bishaan keessatti moo mana galaa malee🤣🤣🤣
22/01/2026

Bishaan keessatti moo mana galaa malee🤣🤣🤣

16/01/2026

Gaaftokko Finfinnee naannoo Gooroo haadha warraa koo waliin utuu konkolaataan deemnuu, artist hiriyyaa isaa waliin cinaa keenya konkolaataan deemaa jiraachuu argine.

Foddaa konkolaataa gadi buuseen nagaa gaafadhe. Akka nama kana dura wal beeknuutti natti deebise. Garuu tasa qaamaan wal hin beeknu.

: Akkam jirta?
: Nagaa kooti, jirtaa ati? Ni badde, sin dhabe, hin jirtu, hin mul'attu...(ni kolfine)
: Hojii kee baay'een jaalladha. Yeroo hundaa waan nu kolfisiiftuuf galatoomi!
: Galatoomi obboleessa koo, ulfaadhu. Utuu haasofnuu; waan hin taane wayiitu fuuldura kee jira, waan fuuldura kee jirurraa fagaadhu.

: Maalinni jedhee yommuun fuuldura ilaalu, Siinootiraakiitu fuuldura keenya jira.

Nama aartiif uumame, nama waan uumameef beekee itti jiraatee darbe! Fiilmii Afaan Amaaraa inni keessa jiru isuma ilaalee kolfuuf jedheen barbaadee daawwachaa ture!

Nagaan boqodhu!

11/01/2026

DIRECTER ESKINDIR TAMIRUMELODY &LYRCIS ISKINDIR TAMIRU&CULTUREMIX.MASTERING TAMIRAT DIRIBA (TAM NOTSTUDIO)CHOREOGRAPHER ALAMAYO DHABI (ALEX DANCE GROUP)CINEM...

Address

Addis Ababa
17TH

Telephone

+251945604488

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Seenaa Oromoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Club

Send a message to Seenaa Oromoo:

Share